Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shamarran Umriin 14 fi Sanaa ol Ta'an Talaalamuu Qabu: Ogeetti Fayyaa


Biroo Fayyaa Oromiyaatti Daayreekteera barnoota Fayyaa fi Komunikeeshinii, Sistar Sa'adaa Ahmad
Biroo Fayyaa Oromiyaatti Daayreekteera barnoota Fayyaa fi Komunikeeshinii, Sistar Sa'adaa Ahmad

Oromiyaa keessatti talaaliin kaansarii fiixee gadameessaa ittisu shmarran umriin isaanii 14 fi sanaa ol ta'eef bara 2018 kaasee kennamaa jira.

Yeroo ammaa kana immo bifa duulaan talaaliin kun kennamaa kan jiru ta'u Biroo Fayyaa Oromiyaatti Daayreekteera barnoota Fayyaa fi Komunikeeshinii kan ta'an sistar Sa'adaa Ahmad ibsaniiru.

Gaaffii fi Deebii Gaggeeffame Caqasaa.

Shamarran Umriin 14 fi Sanaa ol Ta'an Talaalamuu Qabu: Ogeetti Fayyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:58 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG