Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shawaa Baahaa magaalaa Moojootti eda suuqilee 60 olitti gubatee waan gubellee qorachuutt jiran


Eda Barraaqa Moojoo Suuqilee 60 caalanitti gubate
Eda Barraaqa Moojoo Suuqilee 60 caalanitti gubate

Ibiddii eda gabayaa Moojoo gube suuqilee 60 caalaa balleesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:21 0:00

Masqalee Margaa dibbeessa qawweetii fi iyyanna namaa barraaqa keessa dhagahee jennaan nama hedudu waliin reebee achi gahe. Yoo jarii dhufe ibiddii akka malee guddaa.

Qwwee sun waardiyaatti akka ummatii bahee ibidda dhaanfuu tokkose ummatillee gargaasaaf iyyate.

Ibbdii kun akka innii jedhetti ganama gara saatii Itoophiyaa 10 qabate.Suuqileen sun bulchiinsii magaalaa Moojoo ummataa kireessee laameeraan jaaran.

Yoo Masqaleen achiin bahe ibddii waan name dhaanfuu dandahuu miti. Wannii suuqilee sun keessatti gurguran haga guddaan shunkurtii,qimamii fi waan hedduu. Diqqaattullee wayaalleen keessuma jirti.

Obbo Shaambel Didhaa itti gaafatamaa nagaa aanaa Mooooti. Akka innii jedhetti ibddii kun akka gabaasa waardiyaatti waan suuqii keessaa ka’e fakkaata.Elektirikiin wal tuquu hin oolu jedhan. Woma taateefuu qorachuutti jiran.

Ibidda kana dhamsuuf ambulaansiin Finfinnee,Adaamaa fi warrii Mootjoo jirulleen itti wal gargaaree eegii innii saatii 1:30 caala gubate dhaamsan. M

oojoon dhiyoo tana rakkoo hedduu keessaa turte akka bulchiinsii nagaa aanaa jedhetti amma laftii naguma.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG