Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirna Simannaa Hoogaansa ABO

Hoogansa ABO fi I/A kantiibaa magaala Finfinnee
Hoogansa ABO fi I/A kantiibaa magaala Finfinnee

Sabooni Itiyoophisaa cunquursaan gadaadoo waliin ta'anii falmataa turan hundii adeemsa siyaasa biyya cehumsa irra jiru kana irratti waliin akka hirmaatu Hoyyu dureen ABO Obbo Daawud Ibsa waamicha Dhiheesa. Obbo Daawud Hoggansa Mumme Ministeera Dr. Abiyyi Ahmadiifis galata qaban galfatanii jiru.

Obboo Daawud Ibsaa koree sagantaa simannaa qopheessen fardaa fi gaachana badhaafaman, Finfinnee, Fulbaana 15, 2018
Obboo Daawud Ibsaa koree sagantaa simannaa qopheessen fardaa fi gaachana badhaafaman, Finfinnee, Fulbaana 15, 2018

I/A Kantibaa Bulchiinsa magaalaa Finffinee Injinar Taakkala Uumaas keessumootan baga dhuftan jedhanii kaneen akka qabsoon Oromoo as gahuuf arsaa kaffalan hundaa galateefatanii jiru.

Sirna Simannaa Hoogaansa ABO
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:42 0:00

XS
SM
MD
LG