Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sodaa Nageenyaa Qabna Jedhu Baqatonni Oromoo


Yemen keessatti mormii uummanni mootummaa irratti gaggeessu hammaataa yeroo jiru kanatti,baqattonni biyyattii keessa jiraatan sodaa nageenyaa jabaa jala kan jiran ta'u dubbatan.

Hawaasii biyyatti ilaalchi namoota biyya alaaf qabu jijjiramaa carraan hojii cufamaa akka jiru, mootummaan dahannaa isinii kenne fala isinii ha barbaadu jechuun dorsifamaa kan jiran ta'uu baqattonni ibsanii jiran.

Dubartoonni humnaan gudeedaman ulfa hin barbaadamneef saaxilamuu isaanii fi walumaa gala haalli jiru baqatootaaf daran hamaa ta'aa adeemuu isaa fi mootummaan yoo kufee immoo haala daran hamtuuf saaxilamuuf kan jiran ta'uu kan ibsan baqattonni qaami dhimmi ilaalu nuuf haa birmatu jedhu. MP3 tuquun guutuummaa gaaffii fi deebii dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG