Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sudaan Ambaasaddara Ishee Itiyoophiyaatti Argaman Gara Kaartumitti Waamte


Faayilii - magaala Kaartuum, Sudaan
Faayilii - magaala Kaartuum, Sudaan

Sudaan Ambaasaddara ishee Itiyoophiyaatti argaman gara Kaartumitti waamuun ishee beekamee jira.

Sudaan walitti-bu’ainsa naannoo Tigiraay keessa jiru araarsuuf qooda jaarsummaa fudhachuuf gaaffii dhiheessite eega mootummaan Itiyoophiyaa fudhatama dhorkatee booda, Ambaasaddara ishee Itiyoophiyaa keessaa gara biyyaatti waamte.

Itti-gaafatamtuu kutaa preesii waajira mummicha-ministaraa Itiyoophiyaa,Billenee Siyyum d
Itti-gaafatamtuu kutaa preesii waajira mummicha-ministaraa Itiyoophiyaa,Billenee Siyyum d

Itti-gaafatamtuun kutaa preesii waajira mummicha-ministaraa Itiyoophiyaa, Biillenee Siyyum dhimma kana ilaalchisee ibsa gaazzexeessotaaf kennaniin hoogganoota mootummaa Sudaan tokko tokkoo waliin wal-amantaan qabnu laaffatee jira, jedhan.

XS
SM
MD
LG