Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin sudan Dilbata Eegaluuf Jira


Jiloonni araaraa Sudanii fi Sudaan kibbaa jalqaba baatii Fulbaanaa irra finfinneetti marii isaanii deebi’anii jalqaban.

Mariin isaanii irra caalaa waa’ee zayita boba’aa, dinagdee fi daldala naga eegumsaa fi dhimma daangaatti fuuleffate. Minssteerri dhimma kaabinee ka sudaan kibbaa Deng Alor maariin kun yeroo dhiyootti walii galtee xumuraa irra gaha yaada jedhu qaban.

Dhimma abbummaa kutaa zayita boba’aan badhaate kan Abiyeh marii ammaa kana irratti lafaa hin kaane yaadni araarteessota gamtaa Afriikaatiin dhiyaate jiloota gama lameeniittu ergamee jira jedhan.

Jila araar-teessota Sudaan irraa Bedreldin Abdallaa yaada dhiyaate sana irratti ka marii geggeessaa jiran ta’uu dubbatan.

Gabaasa guutuu mallattoo armaan gadii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG