Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walii galtee Dhukssa Dhaabinsaa Argamsiisuuf Yaalamaa Jira


Sudaan gama kibbaa kutaa Kordofaan keessatti wal waraanasa hamaa torban tokko caalaaaf gaggeefamaa jiru dhaabsisanii walii galtee nageenyaa guyyootii muraasa keessatti argamsisuuf abdiin kan jiru ta'uu prezidaantiin Afrikaa kibbaa duraanii Taaboo Mbeekii beeksisan.

Naannoo wal waraansi itti hammaate kana keessaa jiraatonni kuma kurna hedduun dhessanii ba'aa jiran. Kunis rakkoo gargaarsa dhala namaa haaraa uumee jira.Garee gara sudaanti imalee kan hoogganan Taaboo Mbeekii hoogganoota siyaasaa kan Suudaan waliin dubbachuuf Finfinnee irraa ka'anii gamas eega turanii booda ibsa kennaniin, haala jiru qabbanessuuf gamni hundumtuu dhukaasa dhaabiinsa irratti dubbachuuf tole jedhaniiru.

MP3 tuquun gabaasa guutuu dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG