Xurree ittiin seenan

Breaking News

Taammaany Bayyanaa Dhuma Torbanii Irratti Biyyatti Kan Galuu Ta’uun Ibsamee Jira


Taammaany Bayyanaa

Koreen simannaaf hundeeffame har’a tuuta oduuf ibsa kenneen tokkummaa jaalala wal danda’uu fi walii yaaduu kan jedhu irratti hojjataa kan ture Artistii fi Qabsa’aa Taammaany Bayyana Sambata fullee keenyaa Finfinnee seena.Simannaa Taamaanyiif jecha qophiin guyyaa lamaaf turu akka qindaa’ee ta’u koreen beeksisee jira.

Mummichi ministeeraa Abiyyi Ahmad yeroo gara Amerikaatti imalanii turan waan dubbatan keessaa kan Taamaany ragaa tokko jedhamee jira.Dhimmi simannaa kunis dhimmi biyyaa ta’u fi hunduu harka wal qabatee carraa biyyattiin gara fuula duraatti qabduutti ceesisuu akka ta’e ibsamee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa

Taammaany Bayyanaa Dhuma Torbanii Irratti Biyyatti Kan Galuu Ta’uun Ibsamee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:20 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG