Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tajaajila Interneetii fi Bilbilaa Oromiyaa Lixaa Irraa Kutuun Mirga Uummataa Sarbuu Dha:Hayyoota


Jiraattotni aanaalee Amuruu fi Jaardagaa Jaartee tokko tokko, daandii mijataa dhabuun rakkanne jechuun komatan.

Godinaalee Oromiyaa Gama Lixaa Keessatti Tajaajilli Bilbilaa fi Interneetii kutuun "seera malee"
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:20 0:00


Tajaajilli Intarneetii, bilbila mobaayiliii fi bilbilli idilee Oromiyaa Lixaa godinaalee Wallaggaa afuranitti addaan cituun, heera biyyattiirratti mirga yaada ofii bilisaan ibsachuu raggaa’e sarbuurra darbee, labsii Telekoomunikeeshinii biyyattii waliin wal faallessa jedhan, Hayyootni Gaazexessummaa fi Komunikeeshinii.

“Haalli tasgabbii biyyaarratti danqaa yeroo uumu tajaajiloota tokko tokko akka addaan citullee, yeroo ammaa kanatti garuu, haalli tajaajiloota bilbilaa fi Intarneetii addaan kuchisiisu biyyattii keessatti hin uumamne” jedhan Barataan Barnoota Doktorummaa Nagaafi Tasgabbii Yunivarsiitii Finfinnee.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG