Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaallii Yaalii, Koronaa Vaayrasiidhaf


Talaallii Yaalii, Koronaa Vaayrasiidhaf
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:08 0:00

Dhukubbni vaayrasii koronaa yeroo babllachaa jiru kanatti gareewwaan qorannoo baayeen talaallii COVID -19 uumuuf tattaaffii gochaa jiran.
As Yunaaytid Isteets godina Waashingitan, magaala Siyaatilitti, talaalliin yaalii dhukkuba vaayrasii koronaatin nama qabu, COVID 19, nama tokkoof kenname.
Jeenifar Holar, Wiixata kaleessaa talaallii yaaliif qophahe waraannachuudhan nama duraa taatetti. ​

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG