Xurree ittiin seenan

Breaking News

Taphattoota Kubbaa Miilaa Eritiraa Dorgommii CECAFAf Bara 2019 Ugaandaa Dhaqan Keessaa Torbatti Biyya Ufiitti Galuu Didee Barbaaduutti Jiran


CECAFA Eritrea
CECAFA Eritrea

Eertiraan baranallee akka bulchootii CECAFA jedhanitti barattota torba dhabde.

Taphattootii tun dorogmmii kubbaa miilaa Afrikaa gama Bahaa fi Gama Jidduu qopheessaniif Ugaandaa dhaqan.

Dorgommii tana irratti Eertiraan lammeessoo baate.Dorgommiin guyyaa sadiin duratti dhumatte.

Miilotii isaanii kaan galanillee taphattootii Eertiraa ammallee torbatti galuu didee barbaaduutti jira oduu himaan CECAFA, Rogers Mulindwa.

Ganna 4n duratt taphattoota kubbaa miilaa Eeritaa 10itti dorgomiif Botswana dhaqee achumaan hafe.

Bara 2013 irralleetti akimii taphatoota kubbaa miila waliin dorgommii deemeef taphattoota hedduutti akkuma kana dorgommii dhaqee achumaan badee Ugaanaadtti hafe.

Dorgommii CECAFA baranaa Ugaandaatti moo’e.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG