Tarkii magaala Istaanbul keessatti Dubartoonni guyyaa kaleessaa hiriira bahan poolisiidhan walitti bu’n.
Hiriirri walfakkaatan bara darbee qabee biyyittii keessatti dhoowwaa ta’us dubartoonni kumaan lakkaawaman Guraandhala 8, Guyyaa Dubartoota Addunyaa sababeeffachudhan walghanis poolisiin gaazii ija imimmaaneessu itti facaasun hiriiricha bittinneessuu yaaleera. (AFP)