Xurree ittiin seenan

Breaking News

Teeknoolojii Koompiitari fi Afaan Oromoo; milkaa'inaa fi gufuu ogeessota muudatu


Dabalaa Tasfaayee, ogeessa teeknoolojii odeeffannoo
Dabalaa Tasfaayee, ogeessa teeknoolojii odeeffannoo

Teeknoolojiin guyyumaan jijjirama. Jijjirama kana haawaasni akka irraa fayyadamu Afaan adda addaattii jijjiruu fi wal-simsiisanii immoo qindoomina oggeessotaa gaafata.

Dabalaa Tasfaayee ogeessaa teeknoolojiiti. Yunvarsiitii Jimmaa, kutaa ‘School of computing’ jedhamutti barsiisaa dha. Hiriyoota isaa ogummaa Kompiitarii fi teeknoolojii oddeeffaannoo (IT) irratti hojjatan wajjiin qorannoo bayyee hojjata. Yunivarsiitii Finfinneetti Ph.D isaattii qorannoo hojjachaa jiru as Ameerikaatti koonfiransii tokko irratti dhiheessu dhufe.

Waayee qorannoo isaa, milkaa’inaa fi gufuuwwan firii qoraannoo gara hojiitti hiikuudhaaf hawaasni akka irraa fayyadamu gochuu laalchisee haasofsiisnerra.

Teeknoolojii Koompiitari fi Afaan Oromoo; milkaa'inaa fi gufuu oogeessota muudatu
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:14 0:00
Xurree marsariitii


XS
SM
MD
LG