Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tokkummaan Mootummootaa Itoophiyaa naannoo Tigraayitti ummataa baqatee fi miidhameen gargaaruuf doolara miliyoona 35.6 ramadae


FILE - Eritrean refugee children walk within Mai-Aini refugee camp near the Eritrean boarder in the Tigrai region in Ethiopia, Feb. 10, 2016.
FILE - Eritrean refugee children walk within Mai-Aini refugee camp near the Eritrean boarder in the Tigrai region in Ethiopia, Feb. 10, 2016.

Lola ji’aan duratti Tigraytti taheen akka Tokkummaan Mootummootaa jedhetti nama kuma 50 tahutti Suudaniti dheete, kuma kurnya hedduutti ammoo biyya keessa baqate.

Horii kana jara naannoo keessa baqatee fi Suudanitti dheeteen gargaaran jedha.

“Lola akkanaa dhaabuun dhiba, jireenna tanaan bade walti deebisuun hin ulfaata,wannii namii keessa dabrelleen daftee qalbii keessaa nama hin baddu jedha,”Mark Lowcock,itti aanaan itti gaafaamaan damee gargaarsaa Tokkummaa Mootummootaa Saganaa Muddamsuu.

Akka jecha Markitti ijoolleen ammatti gargaarsaa kanaa ala jira. Gargaarsii kun tajaajilii duraan cite wannii akka bilbilaa faatii eegii deebiteen duuba dhufe. Tigraayitti amma namii hujiitti deebihuutti jira. Mootummaalleen akka laftii nagaatti deebitu qawwee hiikachiisuutti jira.

Tokkummaan Mootummootaa akka Itoophiyaan karaa baqataan gargaaran faltu gaafachaa ture.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG