Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Traamp Hoogganaa Kooriyaa Kaabaa Waliin Wal Arguuf Jiru


Prezidaant Doonaald Traamp haasaa waggaa kan guutuu biyyaa Kibxata kaleessaa irratti isaanii fi hoogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un marii lammataaf xumura baatii kanaa kan wal argan ta’uu dubbatan.

Prezidaantichi hoogganaa kooriyaa Kaabaa dhaqqabuu isaaniiti boonanii, Guraandhala 27 fi 28 Veetnaam keessatti kan wal argan ta’uu illee ibsaniiru.

Utuu ani prezidaantii Yunaayitid Isteetis ta’ee ani hin filamne ta’ee yeroo ammaa silaa akka yaada kootti kooriyaa kaabaa waliin waraana guddaatti seennee uummati miliyoonaan laka’amu dhuma ture jedhan.

Hojii hedduutu hin hojjetamin jira, garuu hariiroo ani Kim Jong Un waliin qabu gaarii dha jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG