Xurree ittiin seenan

Breaking News

UNHCR Buufata Baqattootaa Solooloo Jiru Cufuu Beeksise


Dhaabbati Baqataa UNHCR buufata baqattoonni Mooyyalee baqatanii Keeniyaatti keessa jiraataa turan Dambalaa Fachaanaa cufuu beeksise.

Dhaabbatichi baqattoota Oromoo achi keessa turan kaan gara buufata baqata Kaakumaa jedhamutti dabarsuu himee, kanneen fedha ofirra deebi’uu qaban ammoo gara itiyoophiyaatti deebisuu beeksiseera.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

UNHCR Buufata Baqattootaa Solooloo Jiru Cufuu Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:43 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG