Xurree ittiin seenan

Wal-dorgommiin Roobootii Kan Sadarkaa Adduynaa Waashingitan Diisiitti Geggeeffame

  • VOA

Wal-dorgommiin Roobootii Adduynaa Waashingitan Diisiitti Geggeeffame

Roobootiileen addunyaa irra jiran torban kana as magaalaa Waashington DC keessatti wal-dorgomaa jiran. Barattoonni manneen-barnootaa sadarkaa lammaffaa akka walitti dhufanii teknooloojii baratanii fi wal-gargaaranii rakkoolee ijoo ta’an furuu baratan gochuuf – dorgommiilee sadarkaa Addunyaatti geggeessaman keessaa qaama tokko – kun. Itiyoophiyaa irraa illee dorgomtoonni dhufanii jiran.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG