Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal Ga’ii Paarlaamaa 6ffaa Irratti Kaabineen 22 Raggaasisaman


Muummichi Ministeeraa Abiy Ahimed Wal Ga’ii Paarlaamaa 6ffaa Irratti Kaadhimamtoota Kaabinee 22 Akka Raggaasisamuuf Dhiyeessuun Sagalee Irra Jireessaan Raggaasisameera
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00

Manni maree bakka bu’oota uummataa ja’affaan wagga hojii tokkoffaa guyyaa har’aa geggeessee jira. Ajandaa inni qabatte keessaa waggoota shanan itti aanuuf miseensota kaabinee ta’uun namoota filachuun ture. Muummichi ministeeraa Abiy Ahimed ministeerota 22 manni maree akka isaaniif raggaasisuuf dhiyeessanii jiran. Kaadhimamtoota hanga tokko dhiyaatan ilaalchisees itti gaafatamni isaanitti kenname sirrii ta’uu isaa irratti yaadawwan fuulleffate illee miseensonni m ana maree dhiyeessanii jiru.

Oolmaa mana maree guyyaa har’aa irratti ajandaa dhiyaate keessaa tokko aangoo qama mootummaa fi hojii isaanii murteessuuf kan dhiyaate wixinee labsii 1263/2014 sagalee qoqqobbee tokkoo fi kan irra jireessaan raggaasisamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG