Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal Waraansaa fi Jeeqamsa Sammuu 


FAAYILII - Namoota magaalaalee naannoo Amaaraa keessa jiran adda addaa irraa buqahanii buufata buqqaatotaaf dabaarq keessatti qophaahe keessatti dhihana rabsamu fudhachuuf eeggatan, 2021.
FAAYILII - Namoota magaalaalee naannoo Amaaraa keessa jiran adda addaa irraa buqahanii buufata buqqaatotaaf dabaarq keessatti qophaahe keessatti dhihana rabsamu fudhachuuf eeggatan, 2021.

Walitti bu’iina Itiyoophiyaa gama kaabaa keessatti gaggeeffameen kan ka’e uummanni kuma kurna hedduun yaadii isaanii miidhamaa ta’u bulchiinsii naannnoo Amaaraa beeksisee jira.

Waajiira eegumsa fayyaa naannoo sanaatti Daayreekteerri karooraa kan ta’an Obbo Mogas Asras akka jedhanti, uummanni Kuma soddooma ta’an qor-qalbiin isaanii miidhamee jira.

Gargaarsii hawaasummaa fi qor qalbii kan walii galaa hatattamaan namoota naannoo walitti bu’iinsaa turaniif kan barbaachisu ta’u hubachiisan jechuun Masfiin Araagee gabaasee jira

XS
SM
MD
LG