ADAAMAA —
Wirtuu leenjii Ardaaytaa Miseensoni WBO keessatti argamanitti dhuma torbaan darbeetti walitti bu'insii uumamuun himame. Miseensoni waraana adda bilisumaa oromoos akka gaafilee qaban kaasanii jiru.
Biroon Bulchiinsaf nageenya Oromiyaas gama isaan gaafileen isaanii haala deebi argatu irratti hojjatamaa jira jedhan.
Muktaar Jamaal dabalata qaba