Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walitti-bu’iinsa Torban Dabre Gujii Keessatti Raayyaa Ittisaa fi WBO Gidduutti Uumameen 'Miidhaan Dhaqqabera'


Oromia map
Oromia map

Walitti bu'iinsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi WBO dhiyeennaa irratti namii miidhameera
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:01 0:00

Gujiitti walitti bu’iinsi Raayyaa mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo jidduutti uumame.

Godina Gujii lixaa keessaa Aanaa Dugdaa Daawaa keessatti rakkoo mullateen lubbuun namaa akka darbe kaanis qe’ee ka baqatan akka jiran jiraattonni VOA’f himanii jiru. Abbootiin Gadaa fi Angawootni naannoo rakkoo kanaaf fala barbaadaa jirra jedhu.

Dhuma torbee darbe kanaa keessa Godinaalee gujii lameen keessatti humna waraana Ittisa biyyaa fi miseensota waraana bilisummaa Oromoo jidduutti walitti bu’iinsi uumamuusaa kan dhagaa’ame. Kanaanis lubbuun namaa akka darbe, namoonni kaanis qe’eedhaa baqachuu jiraattonni himaniiru.

Akka jiraataan garasii VOA’f himanitti aanoleen walitti bu’iinsi kun keessatti uumame jedhame keessaa tokko Aanaa Dugdaa Dawaati. Galmoo Daawwit tu gabaase. Guutummaa isaa caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG