Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaa Noolee Kaabbaa Keessatti Jiraattonni Reebichaa fi Hidhaa Himataa Jiru

Godina Wallaggaa Lixaa aanaa Noolee kaabbaa magaalaa Buubbee keessatti jalqaba torban kanaa irra humnoonni hidhatan kan mootummaa, uummata irratti reebichaa geggeessanii, kaan immoo hidhan jechuun jiraattonni himatanii jiru. Aagawaan aanaa sanaas kanaaf deebii gama isaanii qabu.

Qophii guutuu dhaggeeffadhaa.

Wallagga Lixaa Noolee Kaabbaa Keessatti Jiraattonni Reebichaa fi Hidhaa Himataa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:36 0:00

XS
SM
MD
LG