Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaa fi Matakkal Keessatti Filannoon Akka Milkaa’uuf Qophaawaa Jirra, Jedhan Aaangawoonni 


Naannoo Oromiyaa Godinaa Wallagga Lixaa keessatti Filannoon Biyyaalessaa bara 2013 akka geggeeffamu Qophiin taasifamaa jira jedhan, Bulchaan Godinichaa Obbo Eliyaas Uummataa. Iddoowwan rakkoon Nageenyaa jiran adda baafamanii, adeemsa filannoorratti eegumsi akka taasifamu ni hojjatamallee jedhan itti dabalanii.

Wallagga Lixaa fi Matakkal Keessatti Filannoon Akka Milkaa’uuf Qophaawaa Jirra, Jedhan Aaangawoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:45 0:00

Gama biraan, Naannoo Benishaangul Gumuz, Godinaa Matakkal keessattillee Filannoon geggeeffamuu waan qabuuf, tarkaanfii fudhachuurra haala ittiin waliigalteen taasifamurratti hojjataa jirra jedhan Bulchaan Godinichaa Obbo Gaashuu Dugaas.
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa tibbana ibsa baaseen, godinaalee eeraman dabalatee, iddoowwan biroo sababaa rakkoo nageenyaaf, galmeen filattootaa hin jalqabamne, akkasumas buufataaleen Filannoo hin banamne” jedhe ifoomsee ture.

Yaadawwan Ilaali (12)

XS
SM
MD
LG