Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walaggaa Lixaa Waraana Bilisummaa Oromoo Simate:Koree Teekinikaa


Koreen Teeknikaa Godinaa Wallagga Lixaa aanaa Mana Sibuutti hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo simachuu Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himee jira.

Akka Lixa Oromiyaatti hidhattoonni WBO erga simatamanii booda gara araara waarawaatti deemama, jedha koreen kun. Hoogganaa WBO gama Lixaa argachuuf yaaliin taasifamu itti fufuu isaas dubbata.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:51 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG