Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wiirtuleen Namoota Sagalee Kennan Galmeessuu Itti Hin Jalqabamnee Jira: Bordii Filannoo 


Faayilii - Dura teessu Bordii Filannoo Itiyoophiyaa, Aaddee Birtukaan Miidhagsaa
Faayilii - Dura teessu Bordii Filannoo Itiyoophiyaa, Aaddee Birtukaan Miidhagsaa

Guutummaa Itiyoophiyaa keessatti wiirtuuleen filannoo kuma 4 keessatti hojiin namoota sagalee kennan galmeessuu kan hin jalqabamne ta’u bordiin filannoo Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Dura teessun bordii kanaa Aaddee Birtukaan Miidhagsaa hogganoota paartilee siyaasaaf akka ibsanti Godiinoota Wallaggaa Dhiyaa, Wallaggaa Bahaa, Horroo Guduuruu Wallaggaa, Matakkalii fi Kamiisee keessatti yaaddoo nageenyaaf jecha namoota sagalee kennan hojiin galmeessuu hin gaggeeffamiin jira.

Kana malees filannoo guutuu biyyaa Waxabajjii 5 gaggeeffamuuf karoorfamee kan ilaaleen qophii jiru hogganoota paartileef ibsanii jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG