FINFINNEE —
Roadmap (Wixinee Sirna barnootaa Guddicha) dhiheena kana Itiyoophiyatti qophaahe as baheen wal qabatee, yaani garagaraa dhagahamaa jira. Keessattu dhimma afaan barnootaa fi caaseffama sadarkaa barnootaan wal qabatee yaanni wal falmisiisaa ta'e maalinni?
Muktaar Jamaal kana irratti qaamolee dhimma kanatti dhihenya qaban mariisisee jira.