Xurree ittiin seenan

Breaking News

'Woma Dandeennuun Ummata Keenna Haa Gargaarruu !'


Dhaabii Gargaarsa Aaddee Wubituu Abrhaamii fi abbaan warra isaanii Aarsii Nageelleetti mana barumsaa qofaa mitii koolleejjii fi hospitaalallee itti jiran.Koolleejjiin tana keessatti baratoota haga 200 tahan ka barumsaan jajjaboo tahanitti barata.

Hujiin aaddee Wubituu faan akka ummatii dhiba didiqqaa adoo wallaanchuu dandahanu nama fixu kana dhaabuu dandahaniin diqqeessuu.

Tana malee hujii tana hojjachuuf,lafa namaa kennuuf woma ummatii aafate waan taateef lafa argachuufillee guddoo hin rakkanne jedhan.

Marii marii teenna MP3 tana irraa caqasaa

XS
SM
MD
LG