Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala: Deemsi Marii Biyyaa Bifa Attamii Qabaata?


Xiinxala: Deemsi Marii Biyyaa Bifa Attamii Qabaata?
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:47 0:00

Karoorfamaa kan jiru marii guutuu biyyaa kan Itiyoophiyaa keessatti qaamolee mootummaan shoroorkeessoota jedhee ramadee illee ituu hin hafiin hunduu hirmaachuuf mirga qabu jechuun Diploomaatiin Tokkummaa Mootummootaa (UN) duraanii fi Ogeessa seeraa kan sadrkaa addunyaa Obbo Baayisaa Waaqwayyaa ibsanii jiru.

Sababiin isaas jedhan marii guutuu biyyaa kan qopheessee mootummaa miti, mootummaan ofii isaa iyyu akka qaama tokkotti itti hirmaata jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG