Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaadachiisa yeroo ka tamsaasa televiziyoonaa fi raadiyoo televiziyoonaan tamsaasamuu


Faca’ina vaayiresii koronaa itisuuf tarkaanfiiwwan fudhatamaa jiran irraan kanka’e, gaazixeessonnii fi hojjettoonni sagalee Ameerikaa tajaajila gaanfa Afriikaa guyyoota hanga tokkoo ti waajjiraalee fi stuudiyoo irraa fagaatanii waan turaniif jecha, tamsaasawan keenya gama televiziyoonaa fi raadiyoo televiziyoonaan tamsaasamuu suraa dhaan kan hin tamsaasamne ta’uu dhiifama waliin ibsuu feena.

Haa ta’u malee oduuwwanii fi sagantaaleen keenya Afaan Amaaraa, Afaan Oromoo fi Afaan Tigreetiin danbalii gabaabaa meetir baandii 22,25 fi 31 akkasumas Itiyoosaat irratti chaanalii VOA mara digirii westii 57 irratti gama saatelaayitiin sa’aatii keenya baratametti hordofuu dandeessu.

Itti dabalees marsariitiiwwanii fi sabaa himaaleen hawaasaa keenya tajaajile idilee ni kennu.

Waan nu hubattanii nu waliin turtaniif hedduu isin galateeffanna.

Sagalee Ameerikaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG