FINFINNEE —
Yaadannoon injifannoo Aduwaa waggaa 124ffaa har’a Finfinnee keessatti kabajamee jira. Waltajjii Minilikitti kan gaggeeffame sirna kana irratti sagantaleen adda addaa dhihaatanii jiran.
Gabaasaa achi irraa nu dhaqqabe caqasaa.