Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lixa Tigiraay Keessatti Humnoonni fi Aangawoonni Amaaraa Gochaalee Yakka Waraanaa fi Farra-namoomaa Raaw’atan: Gabaasa Haaraa


Suuraa gabaasa dhimma Lixa Tigraay irratti gareen mirga namaa beekamoon lama hojjatanii fi Ebla 6, 2022 ifa godhan irraa fudhatame
Suuraa gabaasa dhimma Lixa Tigraay irratti gareen mirga namaa beekamoon lama hojjatanii fi Ebla 6, 2022 ifa godhan irraa fudhatame

Gareen mirga namaa beekamoon lama roobii har’aa humnoonni naannoo Amaaraa dhalattoota Tigraay irratti duula fixiinsa sanyii raawwatan jechuu dhaan lammiiwwan nagaa kumaan laka’aman ajjeesuu dhaan lammiiwwan miliyoona tokkoo ol qe’ee ofii irraa akka buqqa’an taasisaniiru jechuun yakkaniiru.

Lixa Tigiraay Keessatti Humnoonni fi Aangawoonni Amaaraa Gochaalee Yakka Waraanaa fi Farra-namoomaa Raaw’atan: Gabaasa Haaraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00

Amnestii Internaashinaalii fi Human Rights Watch waliin ta’uu dhaan gabaasa baasaniin, dhiya Tigraay keessatti lola geggeessameen angawoonni naannoo Amaaraa fi humnoonni naannoo fi milishoonni naannoo sanaa yakkka isaan dalagan yakka waaanaa fi yakkawwan namooma irratti raawwatame jechuun ibsan. Waranni Itiyoopiyaa illee kana keessatti walii galeera jechuun himataniiru.

Amnestii Internaashinaalitti qorataan dhimmootii gaanfa Afriikaa Fesehaa Tekilee qorannaa kana ilaalchisuun akka jedhanitti qorannaan kun fuula 240 waan ta’u kan qabu ta’uu isaaf kunis dhiya Tigraay keessatti dhiittaa mirga namaa raawwate bifa fixiinsa sanyii fi yakki farra namoomaa raawwatamuu isaa mul’isa jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG