Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitiin Finfinnee Xalayaa Waa’ee Galmee Barattootaa Dhiheenya Baaserratti Ibsa Kenne 


Kara Yuuniversitii Finfinnee (Suuraa faayilii)
Kara Yuuniversitii Finfinnee (Suuraa faayilii)

Yuuniversitiin Finfinnee koolleejjiin namoomaa, qo’annoo afaanii, akkasumas gaazexeessummaa fI Sab-qunnamtii waa’ee xalayaa galmee barattootaa dhiyeenya baaserratti ibsa kennee jira.

Xalayaa muummee barnoota Afaan Oromoo hambisee bahe kanarratti Dookter Amaan’eel Alemaayyehu, Yuuniversitii Finfinneetti gaggeessaan koolleejjii namoomaa, qo’annoo afaanii, akkasumas gaazexeessummaa fi sab qunnamtii ibsa kennaniin Afaan Oromoo xalayaa eerame keessaa hafuun isaa sababa hanqina barattootaa hin qabneef jedhan. Dursaan Muummee Afaan, hog barruu fi Fokloorii Oromoo kan Yuuniversitii Finfinnee, Lataa Fayisaas haaluma kanarratti VOA’f addatti ibsanii jiru.

Yunivarsitiin Finfinnee Xalayaa Waa’ee Galmee Barattootaa Dhiheenya Baaserratti Ibsa Kenne
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG