FINFINNEE —
Yuniverstiin Arsii Kora Qoranaa sadarkaa biyyalessa yaroo lammafaaf qopheessuu isaati.
Korri Qoranoo kun Seenaa Ummata Oromoo kan darbe, amma keessa jiruu fi hegeree irratti kan xiyyefate yoo ta'uu hayyoni garagaraa irratti hirmaatani qoranaaleen barreffamaa 14 tahutti irrati dhihaatanii jiru.
Yuniversitiin Arsii Kora Qoranaa Sadarkaa idila adunyaa dhimma Afrikaa irratti xiyyeffatu qopheesufis qindeeffata akka jiru beeksisee jira.