Ajjefamaa, saamamaa fi madaa’aa jirra, Kan Iyyata Keenya Dhaga’uu Dhabne

  • Jaallannee Gammadaa
Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Godiina Haraargee Bahaa aanaalee Minoo fi Mayyuu Muluuqqee keessa uummanni jiraatan kan Oromoo dhalatoota bulchiinsa naannoo somaaleetiin dararaan nu irra ga’aa jira jechuun Raadiyoo sagalee Amerikaaf ibsan.

Anaalee lameen keessa kan jiru gandeen 30 keessa uummanni jiraataa ture kan Oromoo ajjefamaa qabeenyaan isaas saamamaa fi humnaan godaansifamaa jira jedhu jiraattonni kanneen ol iyyaanaaf jecha gara Finfinnee dhufan.

Waggaa tokko keessatti oroomooti 59 ajjefamanii hedduun akka mada’an akkasumas qabeenyaan qarshii miliyoona kurnaan lakkaa’amntu barbadaa’ee.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii Armaa Gaditti Caqasaa