Amantii fi Fiinxaalessummaa Amantii

  • Namoo Daandii
Baroota as dhihoo keessa dhimmoota Addunyaa irratti wal-falmsiisoo ta’an keessaa inni guddaa tokko adda addummaa amantii fi fiinxaalessummaa amantii yokaan religious extremism gidduu jiru. Amantii ofii geggeeffachuu fi fiinxaalessummaa amantii gidduu daangaa kaa’uun danda’ama moo hin danda’amu? Adda addummaan isaanii maali? Kana keessatti mirgi amantii akkamitti ilaalama? Akkamitti kabajamas? Adda addummaan Mootummaa amantii irratti hundaa’ee fi Mootummaa seera-amantii irraa walaba ta’ee gidduu jiru maali?

Gaaffiilee kanaa fi ka biroo irratti, Dr. Izqeel Gabbisaa, KETTERING YUNIVARSITII, ka kutaa MICHIGAAN jiru irraa – Xinxalaa Siyaasaa Jawaar Mohaammed, COLOMBIA YUNIVARSITII, ka NEW YORK jiru irraa ibsa kennan qabu.

Your browser doesn’t support HTML5

Guutummaa gaaffii fi deebii kanaa dhaggeeffadhaa