Qorannoo Malaammaltummaa Gabaasaa Gaazzexeessotaan Ifa Bahe

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummoonni biyyoota Addunyaa irraa, gabaasaa gaazzexeessota-qorannaa ifa bahe irraa ka’uudhaan – namoota duureyyii, humna-qabeeyyii fi beekamoo qabeenyaalee isaanii dhoksuu fi gibira yokaan dilaala jalaa miliquuf jecha Herregaa Baankii biyyoota alaa keessatti banatan adamsuuf dhaadataa jiran.