Lammiin Eertiraa Seeraan Ala Namoota Goodaansiisudhan Shakkamaa Ture Qabame

Your browser doesn’t support HTML5

Namni lammii Eertiraa ta'e, Medhaanee Yidagoo Marid jedhamu, namoota seeraan ala godaansisuudhan shakkamee barbaaddama ture Suudanitti qabame. Mootummaan Suudanis Xaaliyaanitti dabarsee isa kennuu isaa poolisiin xaaliyaanii Roobii harraa beeksiseera.