President Barack Obamaan Haleellaa Mana Sirbaa Halkanii Magaalaa Orlaando Laalchisee Ibsa Kenne.

Your browser doesn’t support HTML5

President Barack Obamaan, haleellaa mana sirbaa halkanii jaalalleewwan saala wal fakkaataa ka magaalaa Orlaando, kutaa Floorida irratti namni ajjeechaa jamaa raawwate garee finxaaleyyii alaattii kallattiin hidhata qabaachuu isaaf ragaa qabatamaan hin jiru jedhan.