Mootummoota Gamtoomanitti hoogantoonni dhabbatoota qarqaarsa nyaataa kennan sadi’ii Itoophiyaa daawwatan

Your browser doesn’t support HTML5

Kaayyon daawwannaa isaanii “hanqina nyaataa lammiiwwan biyyattii miliyoona sadeetii olii saxilamaniifii jiran xiyyeeffannaa fi hojii guddaa waan babdaadu ta’u agarsiisufi,” jedha gabaasni AFP. Gabaasa guutun kinooti.