Pireezdaant Traamp Hariiroo Afrikaa fi Yunaaytid Isteets laalchisee hoggantoota biyyoota Afrikaa wajjin kaleessa marii godhan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

“Afrikaa keessa carraa daldalaa guddaatu jira. Hiriyoota duroomuudhaa gara biyyoota keessanii deeman baayyen qaba, maallaqa baayyee achitti baasaa jiran ...baga gammaddan siniin jechuun barbaada.”