Miseensi Paarlaamaa Bulchiisa Naannoo Somaalee Itiyoophiyaa Mootummichi Naannoo Jireenya Koo Yaaddo Irra Buuse Jedhu

  • VOA

Paarlaamaa Itoophiyaa

Miseensi Paarlaamaa bulchiinsa naannoo Somaalee tokko, sagalee uummataa ta’anii dubbachuu isaaniitiin, mootummaa naannichaatiin nageenyi isaanii yaaddoo keessa galfamuu dubbatu.

Alii Geedii jedhamuun kan beekaman, Alii Mohammud Abdii magaalaa Jigjigaa irraa miseensa mana-maree yokaan paarlaamaa naannichaa yoo tahan Raadiyoo Sagalee Ameerikaa kutaa Afaan Somaaleef ibsa kennaniin – “uummata na bakka-buufateef dubbchuu kootiif, yeroo hedduu haala bala’amaa keessa galeen jira” jedhan. Dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Miseensi Paarlaamaa Bulchiisa Naannoo Somaalee Itiyoophiyaa Mootummichi Naannoo Jireenya Koo Yaaddo Irra Buuse Jedhu