Maatii Namoota Balaa Xiyyara Itoophiyaatiin Lubbuu Dhabanii

Your browser doesn’t support HTML5


Maatiin namoota balaa xayyaara Itoophiyaa sukkanneessaa Dilbata darbe dhaqabeen lubbuun isaanii baddee Roobii kaleessaa baka balichi itti dhaqabeetti argamanii gadda isaanii ibsachaa oolan.