Lotorii Tombolaa Lammiitu Lammiif Hoom Baha?

Lammiin Lammif

Lotorii Tombolaa Lammiitu lammiif jedhame kan lammillee naannoo Sumalee fi dangaa irraa buqa’an debisanii dhaabuuf jedhamee gurguramaa jiru guyyaan carraan isaa itti bahu bellamaan daddabalee dheerachuun nu yaaddesse jedhaan namoonni lotoricha bitatanii eegaa turanii fi Raadiyoo Sagalee Amerikaatiif yaada isaanii kennaan.

Koreen Qindesssituu Lotooricha Tombolla Lammiitu lammiif jedhamee ammo guyyaan carran bahu dheerachuun isaa sababaa lotooriin sun akka waadaan seenametti hin gurguramiiniif jedha.

Gabaasaa Tsahaay Daamxoo caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Lotorii Tombolaa Lammiitu Lammiif Hoom Baha?