Imaammata Barnotaa Ilaalchisee Xiinxala Kenname

Ministeera Barnoota Itiyoophiyaa

Sagantaan Sirna Barnootaa haaraan mirga naannolee sarbuu bira darbee heera Mootumma Biyyalessa fi labsilee idila addunyaas kan cabsudha jedhan, Yunibarsitii Finffineetti Qorataa Sirna Barnoota kan ta'an Doktar Firdiisaa Jabeessa.

Doktar Firdiisaan akka jedhanitti qoranaaleen rakko qulqulina barnoota jedhamanii kaahamanis rakko isaa kan qixaan lafa kaahan miti.

Your browser doesn’t support HTML5

Muktaar Jamaal Doktar Firdiisaa Jabeessa waliin gaafiif deebii taasisee caqasaa