Jala Bultii Irreechaa Hora Finfinnee

Your browser doesn’t support HTML5

Ayyaana Irreechaa Boru hora Finfinneetti kabajamu dura qophiileen garaa garaa geggeeffamaa jiran. Qophii Jimaata harraa Adabaabaayyii Masqalaatti godhame irratti Kantiibaa magaala Finfinnee, Injinaar Takkalaa Uumaa argamniiru.