Godaansa Seeraan Alaa fi Balaa Isaa
Your browser doesn’t support HTML5
Carraa hojii Saawudii jira jedhamu irraa fayyadamuu yaaduudhan dargaggoota goodaanan keessaa meeqatu milkaaha?
👉Maddi Oduu AP, dhiheenya kana dargaggoota Itoophiyaa Yaman gahan 20 ta’an dubbisee haala keessa jiran gabaaseera. Mee laalaa.