"Miidhaan Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaa Irra-jireessi Rakkoo Siyaasaa Furamuu Dhabe Irraa Madde"

  • VOA

Koomishinarri Koomishina Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaa, Obbo Daani'eel Baqqalaa

Miidhaan Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaa Irra-jireessi Rakkoo Siyaasaa Furamuu Dhabe Irraa Madde, Jedhu Koomishinarri Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaa

Miidhaan mirga dhala-namaa yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessatti geggeessamu irra-jireessi, rakkoo siyaasaa biyyattii keessatti mul’atu irraa madde, jechuun Koomishinarri Koomishina Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaa dubbatanii jiran.

Miidhaan mirga dhala-namaa dhaqqabuuf itti-gaafatamaan eenyu akka tahe adda-baasanii mirkaneessuun qabinsa mirga dhala-namaa Itiyoophiyaa keessaa foyyessuun akka gargaaru illee hubachiisan.

Koomishinni Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaa, dhaabbatoota mirga dhala-nbamaa kanneen biroo waliin tahuudhaan, yeroo jalqabaaf, Guyyaa Mirga Dhala-namaa kan ayyaaneffatu tahuu beeksisee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

"Miidhaan Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaa Irra-jireessi Rakkoo Siyaasaa Furamuu Dhabe Irraa Madde"