Eega Hojjetoonni Bulchiisa Magaala Naqamtee Hidhamamii Booda Tajaajila Dhabne Jedhu Jiraattonni

  • VOA

Naqamtee

Jiraattonni magaalaa Naqamtee hagi tokko tajaajiloota gahaa bulchiinsa magaalaa irraa argachaa hin jirru jechuun komatan.

Bakka bu'aan kantiibaa magaalaa Naqamtee Obbo Firdiisaa Gammadaa deebii kennaniin hojjattoonni waajirichaa hedduun hidhamuu fi rakinni haala nageenyaa sababa hanqina tajaajilaa kanaaf sababaa tahuuu Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa rakkoo bulchiisa magaalaa Naqamtee ilaalchisee ergame caqasaa