Balaa Ayyaana Cuubbaa Irratti Dhaqabe, Gondar

Your browser doesn’t support HTML5

Gondaritti Waltajjiin yeroo ayyaana cuubbatii qophaahe hirmaattota fudhatee jige.
Balaa dhaqabeen namoonni 10 du’uu fi 100 ol madahuu maddi oduu AFP gabaasera.