Itiyoophiyaa Gama Kibbaa Keesstti Tallaaliin Pooliyoo Jalqabame

  • VOA

Faayilii - Daa'ima tallaaliin pooliyoo kennamaafii jiru

Itiyoophiyaa gama kibbaa keessatti ijoollee miliyoona tokkoof tallaalii farra pooliyoo kennuun jalqabameera. Duulli tallaalii kun magaalaa Hawaasaa dabalatee godinaalee kutaa sanaa saddeet keessatti kan kennamu ta’uun ibsameera.

Dhiyeenya kana hollaa kan taate Oromiyaa keessatti dhukkubi pooliyoo mul’achuun isaa eega beekamee booda duulli talaalii kun kan jalqabame.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa Gama Kibbaa Keesstti Tallaaliin Polio Jalqabame